Updates

Waamicha Soomaa fi Sagadaa

“Warri Nanawwee dhaamsa Waaqayyoo kana amananii fudhatan; gurguddaan, xixinnaanis akka soomaniif labsanii, uffata gaddaas in uffatan.” Yoonaas Raajichaa 3:5

Amantoota hundaaf 
Ergaa Waaqayyoo karaa sagalee fi raajota isaa irra deddeebi’e nutti dubbate irra dhaabbanee, wanta sadi kanaan gadi jiran irra tti somaa fi sagadaan 8/24/20-8/29/20 tti fuula Waaqayyoo turuuf Waldaan murteessitee tti.
 
1. Rakkina jabaataa fuuldura keenya jira jedhee karaa raajota fi sagalee isaa Waaqayyo dubbachaa ture, Inni gidduu akka nuuf galuuf kadhachuu 
 
2. Waa’ee dhiphina biyya keenya irra tti jabaatee adeemaa jiruuf, Waaqayyo furmaata akka nuuf kennu. 
 
3. Kakuu fi eebba Waaqayyo Waldaa Keenyaaf qabuuf Waaqayyoon galateeffachaa, waldaa kana tokkkummaa, jaalala, qabeenya fi karaa hundaan akka eebbisu

ALL REGULAR PROGRAMS ARE SUSPENDED DUE TO COVID-19 PANDEMIC. MAY GOD KEEP YOU AND PROTECT YOU THRU IT ALL. 

  • Sunday Worship: 12:00PM-2:30PM, Every Sunday
  • Sunday School for Children: 12:00PM-2:30PM, Every Sunday
  • Prayer and Bible Studies:7:00PM -9:00PM,  Every Saturday
  • Prayer: 11:00AM-1:00PM, Every Wednesday 

Conference Call Prayer: Every Day

  • Monday to Thursday, Sunday   7:00PM to 9:00PM
  • Friday & Saturday    7:00PM to 12:00AM
  • Please Call: 202-860-3035,  No Code Required

Corona Virus Disease 2019

How to Protect yourself & Others

  • There is currently no vaccine to prevent coronavirus disease 2019 (COVID-19).
  • The best way to prevent illness is to avoid being exposed to this virus.
  • The virus is thought to spread mainly from person-to-person.
    • Between people who are in close contact with one another (within about 6 feet).
    • Through respiratory droplets produced when an infected person coughs, sneezes or talks.
    • These droplets can land in the mouths or noses of people who are nearby or possibly be inhaled into the lungs.
    • Some recent studies have suggested that COVID-19 may be spread by people who are not showing symptoms.
OECDC