Prayer Request

As believers in the power of prayer, we would like to pray for you. Let us lift up your concerns as well as praise to our Heavenly Father. Please let us know how we can pray for you

Akka amantoota humna kadhataatti amananiitti, siif/isiniif, kachuutti baayye gammanna. Kadhataan waan yaaddoo isinitti ta’e fuula Abbaa Keenya isa waaqa irra jiraatuutti dhiyeessina. Isiniif ta’ee, furamtanii galataanis fuula isaa isin waliin dhaabana. Akka irratti isiniif kadhannu waan feetan unka armaan gadii irratti guutaa nuuf ergaa. Isin quunnamnaa.

waaqayyo isin haa’ebbisu!

OECDC